Hariiroo Cimaa Qabaachuu
Hariiroo Cimaa Qabaachuu ICCITII 12 HARIIROO CIMAA QABAACHUU Hiriyaa gaaʼelaa kee wajjin hariiroo cimaa qabaachuu yoo barbaadde, atii fi hiriyaan…
Hariiroo Cimaa Qabaachuu ICCITII 12 HARIIROO CIMAA QABAACHUU Hiriyaa gaaʼelaa kee wajjin hariiroo cimaa qabaachuu yoo barbaadde, atii fi hiriyaan…
Seensa Dhiirri tokko qophii gaa’elaaf barbaachisu taasisuu isaa yookiin gaa’ela utuu hin godhatin akka turu yaadoleen isa taasisan ni jiraatu.…
Seensa Macaafni Qulqulluun Waa’ee Pornogiraafii Dubbateeraa? – Kutaa Macaafa Qulqulluu Mat. 5:27-29 irratti hundaa’udhaan gabaabinaan Waa’ee pornogiraafii yaada Macaafa Qulqulluu…
Premarital Relationship (HARIIROO GAA’ELA DURAA) ❏ Kakuu (waadaa) galuun gocha hawaasa keessatti beekamaa ta’ee fi yeroo addaa addaa gaggeeffamuu dha.…
Dukkana Koo Ibsita! 📖 “Yaa Waaqayyo, ibsaan koo haleelee akka ifu in goota, yaa Waaqayyo gooftaa ko, dukkana koo in…
Hiika Pornogiraafii Pornogiraafii jechuun suura, video fi agarsiisa fiilmiiwwanii gocha saalqunnamtii agarsiisu akkasumas kitaabotaaf barreeffama miira saalqunnamtii cimaa kakaasuuf yaadamee…
Seensa Yaada ofii haareffachuu jechuun yaada garaa isa akeeka uumamaniif bira gahuu irraa nama ittisu, milkaa’ina jiraachuu qaban irraa duubatti…
Kadhannaatti kan Laaftan Hundaaf Akkam Jirtu Obboloota Kiristaanaa fi Obboloota Muslimaa Har’a yeroo kadhannaa kristaanotaa waliin ilaalla. Sababni isaas Muslimoonni…
Miidhaa Pornogiraafii Ilaaluu Jireenya Hafuuraa Irratti Qabu Maali? 1. Waaqayyo irraa adda baasa. Wanti dhoksaatti hojjetamu cubbuun kamiyyuu jireenya hafuuraatiin…
Seensa Dhalachuu fi Guddina Isaa Waa’ee Dhaloota Yesus Kristoos jalqaba irraa kaafnee yommuu ilaallu, Waaqayyo jalqabatti Samii fi Lafa, itti aansuunis…