Dubbiilee kaka’uumsaa
Dubbiilee Kaka’umsaa Wiliyaam Jeems “Milkaa’ina waan tokkootiif jalqaba irratti wanti ulfaataan kan waan hunda caalaa bu’aa milkaa’aa irratti dhiibbaa geessisu…
Dubbiilee Kaka’umsaa Wiliyaam Jeems “Milkaa’ina waan tokkootiif jalqaba irratti wanti ulfaataan kan waan hunda caalaa bu’aa milkaa’aa irratti dhiibbaa geessisu…
Amaloota Guyyaa Guyyaa Namoota Milkaa’oo 20 (20 daily habits of successful people you should take on today) By Jeenifer Kaaplaan…
Seven ‘C’s That Can Assist You In Success Jechoota ‘C’ Torba Kan Jaarmiyaa Keessan Keessatti Garee Milkaa’aa Ijaaruu Keessatti Si…
Tooftaalee Yeroo kee Qusachuuf Gargaaran Tooftaalee yeroo kee qusachuuf gargaaran itti fayyadamuun milkaa’ina barbaadduuf qabxii duraati. Hoggansi yeroo bu’a qabeessa…
Yaadota Waa’ee Dhala Godhachuu fi Fayyaa Walhormaataa Cabsanii fi Dhugaalee jiran Yeroo baay’ee dhala dhabuu fi fayyaan walhormaataa yaada…
Qormaata Saffisaan Yaadachuuf Tuqaalee Barbaachisoo jaha: Qormaata saffisaan yaadachuuf tuqaalee jaha odeeffannoo garee xixiqqootti qooduu dabalatee, Mnemonics akka acronyms yookiin…
Karaalee Uumamaa Dandeettii Yaadachuu Fooyyessan 14 Yaala fayyaatiin kan ilaalame – Nancy Hammond, M.D. 1. Sukkaara itti dabalame xiqqeessuun…
Dubbiilee Mahatammaa Gaandii (Mahatma Gandhi Quotes) Jijjiirama addunyaa kana irratti arguu barbaaddu ta’i! Akka waan boru duututti jiraadhu. Akka waan…
Gaaʼela Milkaaʼinaaf Iccitiiwwan Ijoo 21 Hiriyoonni gaa’ela gammachuu qaban kanneen ogummaa hariiroo gammachuu gaggeessuu ta’an irraa, bu’uuraalee gaa’ela gammachuu…
Amaloota Gaggeessummaa Nama Gaarii Si Taasisan 10: 1. Qulqullina dhuunfaa sadarkaa olaanaa (High-level personal integrity) Integrity jechuun qulqullina seera naamusaa…