Dukkana Koo Ibsita! 📖 “Yaa Waaqayyo, ibsaan koo haleelee akka ifu in goota, yaa Waaqayyo gooftaa ko, dukkana koo in ibsita.” — Far. 18:28 Addunyaan keenya faallaa lamaan guutamtee jirti. Jireenyi namaa wantoota adda addaa lamaan kanaan daawwatama. Gaddaa fi gammachuu, kisaaraa fi bu’aan, gammachuu fi kolfa, yaaddoo fi boqonnaa, […]
Ergaa Ganamaa
Seensa Yaada ofii haareffachuu jechuun yaada garaa isa akeeka uumamaniif bira gahuu irraa nama ittisu, milkaa’ina jiraachuu qaban irraa duubatti nama hambisuu fi hanqina kan ta’e ofirraa gatuudhaan eenyummaa haaraa simachuu jechuudha. Yaada garaa ofii geeddachuun qulqullummaan Waaqayyo waliin Jiraachuu nama dandeessisa. Mee gaaffilee salphaa garuu barbaachisaa ta’an muraasan si […]
Kadhannaatti kan Laaftan Hundaaf Akkam Jirtu Obboloota Kiristaanaa fi Obboloota Muslimaa Har’a yeroo kadhannaa kristaanotaa waliin ilaalla. Sababni isaas Muslimoonni tokko tokko Kiristaanummaa keessa yeroon kadhannaa (praytime) kan hin jirre (waan rafan) waan itti fakkaateef. Amantoonni yookiin kiristaanonni yeroo kadhannaa hin raawwatan jechuu miti. Kiristaanonni yeroo kadhannaa (7) kan qaban […]
Seensa Dhalachuu fi Guddina Isaa Waa’ee Dhaloota Yesus Kristoos jalqaba irraa kaafnee yommuu ilaallu, Waaqayyo jalqabatti Samii fi Lafa, itti aansuunis ifa, dukkana, bishaanota, bineensotaa, simbirroota fi wanta lafarra jiran hunda erga uumee booda namas immoo in uume. Uumama kana hundumaa keessaa namni akka bifaa fi fakkaattii Waaqayyootti uumame. Kunis immoo […]
Seensa Mata duree fiigichaa fi waamicha jedhu kana jalatti namni fiigicha irra jiru waamicha yookiin kaayyoo qulqulluu fiiguuf yeroo hundumaa itti yaadee fiixan bahuumsaaf akka dhimmu akeekkachiisa. Bara si’anaa kanatti wantoonni dirree fiigichaa irratti nama mudatan baay’ee walxaxoo fi kaayyoo dhokataa waan qabaniif, irra keessaan galma ga’iinsaaf kallattii sirrii namatti […]
Seensa ❏ Fiigicha kaayyoo sirrii yommuu jedhamu – karooraa fi kaayyoo qajeelaa galma qulqulluu qabuuf dhimmanii fiigan jechuudha. Fiigichi kaayyoo sirriif karaa sirrii irra godhamu baay’ee kan nama dadhabsiisu ta’ullee fiixan ba’uumsa gammachiisaa qaba. Faallaa baay’oliis yeroo itti nama fiigsisu qaba. Gonfoo moo’ichaas qaba. Mee kutaa macaafa qulqulluun walqabsiifnee haa […]
🙏 Kooluu Sitti Galeera “Yaa Waaqayyo, ani kooluu sitti galeera, ati na eegi! (አቤቱ፥ በአንተ ታምኛለሁና ጠብቀኝ። መዝሙር 16፥1) — Far. 16:1 Ijoolleen warra isaanii irratti amantii hammam akka qaban nama ajaa’ibsiisa. Keessumaa ijoolleen guutummaatti warra isaanii irratti hirkatanii jiraatu. Mucaa tokkoof warri (abbaan isaa) akka ilaalcha mucichaatti wanti hin […]
🖐 Eebba Torban Kanaa Fudhadhaa! Maqaa Yesus Kristoosin isinan eebbisa eebba torban kanaa fudhadhaa. Abjuu keessaniif jiraachuudhaan Waaqayyo isin haa eebbisu. Mul’ataa fi kaayyoo keessaniif jiraachuudhaan Waaqayyo isin haa eebbisu. Ba’aa keessan baachudhaan Waaqayyo isin haa eebbisu. Ba’aa keessaniif gargaarsa, mul’ataa fi kaayyoo keessaniif gargaarsa dabalataa isiniif haa kennu. Maqaa […]
Seensa ❏ Dubbisa kana keessatti fiigicha karaatti nama hambisu adda baafachuu fi kaayyoo fi mul’ata sirriidhaaf/-dhaan fiiguun maalidhaaf akka nama qopheessu ilaalla! Yeroo tokko tokko Waaqayyo irraa dhageenyee deemsa jalqabuun keenya akka of hin gowwoomsinetti itti yaaduu danda’uutu nutti jiraata. Akkamitti yoo jenne Waaqayyo irraa dhageenyee adeemsa jalqabuun gaarii ta’ee, […]
Qajeelfamni kaayyoo yookiin galma waan tokkoo biraan nama geessisu yeroo hundumaa gaaffii “maaliif” jedhu of gaafachuudha. Fiigicha utuu hin jalqabin dura, maaliif akka fiigdu beeki! Fiigicha kee keessatti wantoota afran kana beekuu qabda: Eessaa akka kaate, Eessa akka geesse, Amma maal gochaa akka jirtu, Maal ta’uufis akka jirtu Filp. 3:14 […]