3

Gosoota hariiroo guyyaa guyyaan namoota waliin goonu bakka afuritti (4) qooduun ni danda’ama 1. Aggressive – (Aariin/mata-jabina): Gosoota hariiroo namoonni waliin qaban keessaa tokko aggressive kan jedhamudha. Tarree kana keessatti namoonni mul’atan yaada isaanii jechaa fi miira cimaadhaan ibsuun beekamu. Yommuu dubbatan minjaala rukutuun, hiddi qaama isaanii kaka’ee aarii guddaadhaan […]

5

Hariiroo (Intimacy) Keessan Fooyyessuuf maal gochuu barbaachisa? Hiriyoonni gaa’elaa kan wal fuudhaniif jireenya isaanii nama jaallatan waliin haala baay’ee walitti dhiyeenya qabuun hariiroo uumuu waan barbaadaniifidha. Akka namaatti haalduree tokko malee jaallatamuun yeroo hunda hiriyoota keenyatti dhihoo ta’uu ni hawwina. Hariiroo (intimacy) gaarii ta’e hiriyaa jaalattuu waliin uumuuf maal gochuu […]