Hariiroo (Intimacy) Keessan Fooyyessuuf maal gochuu barbaachisa? Hiriyoonni gaa’elaa kan wal fuudhaniif jireenya isaanii nama jaallatan waliin haala baay’ee walitti dhiyeenya qabuun hariiroo uumuu waan barbaadaniifidha. Akka namaatti haalduree tokko malee jaallatamuun yeroo hunda hiriyoota keenyatti dhihoo ta’uu ni hawwina. Hariiroo (intimacy) gaarii ta’e hiriyaa jaalattuu waliin uumuuf maal gochuu […]
Gaaffii Obboleettii Tokkoo fi Kununsa Gaa’elaaf Godhamuu Qabu Kunuunsa gaa’elaaf godhamuu qabu fi gaaffii obboleettii tokkoo waliin haa ilaallu:- Obboleettiin keenya akkas jettee yaada ishee nuuf qoodde, “Osoo wal hin fuudhin dura abbaan manaa koo jaalala naaf qabu jechoota jaalalaa adda addaatiin ibsa ture. Amma garuu jechoonni jaalala ittiin anaaf […]
Gochi of waliin saalqunnamtii raawwachuu masturbationi jedhama. Masturbationin qaama saalaa ofii tuttuquudhaan ofii waliin adeemsa walqunnamtii saalaa shaakaluudha. Jireenya keessatti eenyumtiyyuu adeemsa muraasa keessatti gocha gadhee kanaan ni tuqama. Akka gabaasni waa’ee dargaggootaa irratti gaggeeffame himutti dhiironni 98% fi shamarran 70% ta’an gochaa kanaan umurii isaanii waggaa 21 dura raawwatu. Masturbation […]
Qorannooleen Maal Jedhu? (What the research says) Haala jireenya ammayyaa kana keessatti dhimmi jaalallee barbaaddachuu dubbii ijoo haasa’amu ta’eera. Qorannoon Ameerikaatti gaggeeffame tokko akka agarsiisuutti, lammileen Ameerikaa umrii ganna 18 olii keessaa harki walakkaa ol jaalallee barbaaddachuun waggoota kurna darban caalaa rakkisaa ta’eera jedhan. Hazaal Siriin, dubartii umuriin ishee ganna […]
Seensa Eeggannoolee gaa’elaaf godhamuu qaban baay’een yoo jiraatanillee barruun gorsaa kun namoota gaa’ela fayyaa, jaalala, tokkummaa fi kabaja qabu keessa jiraniif kan qophaa’edha. Gaa’ela walitti hidhamiinsa qabu, gammachuu qabuu fi yeroo dheeraa turu qabaachuun, saaxilamummaa kee ija jabinaan agarsiisuudhaan of irratti hojjechuuf fedhii itti fufiinsa qabu si gaafata. Kana gochuuf […]
1. Karooraa fi yaada gaariidhaan ka’i! Galgala karoorfadhuu buli, ganama yommuu hirriiba irraa kaatu immoo karoora sana hojiitti hiikuu jalqabi. Ganama yeroodhaan akka kaatuuf galgala yeroodhaan rafuun gaarii ta’a. Namootni hojii isaaniitti milkaa’an baay’een ganama sa’aatii 11:00 booda ka’uudhaan guyyaa isaanii jalqabu waan ta’eef ganama sardama hin taane keessa hin […]
Dhimmoota Ijoo Hizbullaah, Israa’elii fi Iraan:- Israa’el hogganaa Hizbullaah yeroo dheeraaf ture Hasan Nasrallah ajjeesuun ishee waraana garee hidhattoota Libaanos waliin qabdu keessatti muddama keessa akka galamu taasisee jira. Kunis naannicha tarkaanfii waldhabdee baay’ee bal’aa fi daran miidhaa geessisu, kan Iraanii fi US harkisutti dhiheessee jira. Haalli kuni gara kamitti […]
Of ta’uu yommuu jedhamu, eenyummaa dhugaa ofii beekuun dandeettii fi kennaa akkasumas ayyaana qabanitti fayyadamuudhaan milkaa’ina barbaadan bira gahuuf tattaaffii adda hin cinne taasisuu jechuudha. “Jireenyi kee lafa kana irratti kan daangeffamee fi gabaabaa waan ta’eef, jireenya nama biraa jiraattee hin qisaasessin” (Steve Jobs) Eenyummaa Waaqayyo kee siif kenne guutummaatti […]
Neetworkiifi garee ogeessotaatti makamuu yommuu jedhamu bara ammayyaawaa keessa jirru kana keessatti wanti hundinuu walhidhannaan kan hojjetamudha. Bara dijitaalaa kana keessatti namoota biroo damee kee keessa jiran waliin wal qunnamuun yeroo kamiyyuu caalaa barbaachisaa dha. Neetworkiifi garee ogeessotaatti makamuun imala hojii toora interneetii irratti yeroo jalqabdu qabeenya gatii guddaa qabu, […]
Initiative is a strong quality that goes past standing firm on a foothold of power. It’s tied in with rousing, directing, and spurring others toward a common objective. Whether you’re driving a group at work, heading a local area project, or directing your family, successful initiative is an expertise that […]