Dhungoo (Kissing) Gaa’elaan Dura Cubbuudhaa? Jaalalleewwan Waljaalatanii Boru Gaa’elaaf Wal abdataniif Dhungoo (Kissing) Maaliif Heeyyamamuu Dhabe? Bara keenya kanatti dargaggoonni baay’een dhaga’uu yookiin gorfamuu kan hin barbaanne gaa’elaan dura waa’ee dhungoo (kissing), waltuttuquu (warming), saalqunnamtii (sex) ti. Hidhiin saala faallaa lamaanii yommuu wal argatan hormooniin gadhiifamu kan walqunnamtii saalaaf nama […]
Yommuu hiriyaa gaa’elaa filachuu qabdutti wantoota dagatamuu hin qabne yaadota baay’etu jira. Waaqayyo gaa’elaaf kan ta’u nama tokko qofa nama tokkoof kenne moo, nama tokkoof namoota baay’ee kenninaan namni keessaa filataa? Nama tokko qofaa yoo jenne nama baay’ee waliin yeroon taphadhu hunda isaani iyyuu kan koo godhachuu nan danda’a natti […]
Walqunnamtii Saalaa Dhiira Deebisuu Danda’aa? Shamarran tokko tokko dhimma walqunnamtii saalaa irratti gorsa yeroo kennan dhiirri akka si jaallatu gochuu kan dandeessu walqunnamtii saalaa quubsaa fi qulqullina gaarii qabuun qofa akka ta’e naaf mirkaneessu. “Karaan inni akka si jaallatu godhu kana qofa waan ta’eef eessayyuu deemuu hin barbaadu” jedhu. Garuu […]
Dhungoon (kissing) Maaliif Barbaachisaa Taʼe? Faayidaalee Dhungoo Fayyaa namaaf kennan 16 Nama tokko dhungachuun jaalala argisiisuu fi karaa nama gammachiisu qofa miti. Dhungachuun dhiphinaa fi yaaddoo hir’isuu, walitti dhufeenya miiraa jajjabeessuu, dhiibbaa dhiigaa gadi buusuu fi fedhii saalqunnamtii dabaluu danda’a. Faayidaalee dhungoo 16 kunooti. Faayidaalee dhungoo 16 Fayyaa namaaf 1. […]
Wantoota namoonni barachuuf barfatan keessaa gurguddoo kudhan maal akka ta’an akka armaan gadiitti waliin ilaaluu dandeenya. 1. Wanti hundinuu yeroodhaaf Addunyaa irra jiraannu kana irra wanti yeroon hin dabarsine hin jiru. Yeroon isaa yommuu gahutti wanti hundinuu in darba. 2. Jireenyi sodaa miti Namoonni baay’een hiika jireenyaaf yommuu laatan “jireenyi […]
GORSA GABAABAA GAA’ELA GAARII IJAARUUF GARGAARAN “NAMOOTA GAA’ELA IJAARRACHUUF DEEMTANIIF” Gorsa gabaabaa gaa’ela gaarii ijaaruuf kanneen gaa’elatti seenuuf jirtaniif: 1. Namni akka alaa ilaalan hin ta’u Gaa’ela gaarii ijaaruuf yeroo bultiitti seentan, nama alagaa wajjiin mana tokko keessa galuuf qophaa’uu keessan hin dagatinaa! Kana jechuunis amalaan, dandeettiin akkasumas hubannaadhaan. Nama […]
Kadhannaa koo anaaf dhaga’i (ጸሎቴን ስማኝ) 📖 “አቤቱ፥ ወደ አንተ በለመንሁ ጊዜ ጸሎቴን ስማኝ፥ ከጠላትም ፍርሃት ነፍሴን አድን።” — መዝሙር 64፥1 📕 “Yaa Waaqayyo, rakkina koo kana keessatti sagalee koo anaaf dhaga’i; jireenya koos sodaachisa diinaattii anaaf eegi!” — Far. 64:1 Mata duree kutaa kanaa “Sagalee koo anaaf dhaga’i” kan […]
Gosoota hariiroo guyyaa guyyaan namoota waliin goonu bakka afuritti (4) qooduun ni danda’ama 1. Aggressive – (Aariin/mata-jabina): Gosoota hariiroo namoonni waliin qaban keessaa tokko aggressive kan jedhamudha. Tarree kana keessatti namoonni mul’atan yaada isaanii jechaa fi miira cimaadhaan ibsuun beekamu. Yommuu dubbatan minjaala rukutuun, hiddi qaama isaanii kaka’ee aarii guddaadhaan […]
Hariiroo (Intimacy) Keessan Fooyyessuuf maal gochuu barbaachisa? Hiriyoonni gaa’elaa kan wal fuudhaniif jireenya isaanii nama jaallatan waliin haala baay’ee walitti dhiyeenya qabuun hariiroo uumuu waan barbaadaniifidha. Akka namaatti haalduree tokko malee jaallatamuun yeroo hunda hiriyoota keenyatti dhihoo ta’uu ni hawwina. Hariiroo (intimacy) gaarii ta’e hiriyaa jaalattuu waliin uumuuf maal gochuu […]
Gaaffii Obboleettii Tokkoo fi Kununsa Gaa’elaaf Godhamuu Qabu Kunuunsa gaa’elaaf godhamuu qabu fi gaaffii obboleettii tokkoo waliin haa ilaallu:- Obboleettiin keenya akkas jettee yaada ishee nuuf qoodde, “Osoo wal hin fuudhin dura abbaan manaa koo jaalala naaf qabu jechoota jaalalaa adda addaatiin ibsa ture. Amma garuu jechoonni jaalala ittiin anaaf […]