Seensa Dhalachuu fi Guddina Isaa Waa’ee Dhaloota Yesus Kristoos jalqaba irraa kaafnee yommuu ilaallu, Waaqayyo jalqabatti Samii fi Lafa, itti aansuunis ifa, dukkana, bishaanota, bineensotaa, simbirroota fi wanta lafarra jiran hunda erga uumee booda namas immoo in uume. Uumama kana hundumaa keessaa namni akka bifaa fi fakkaattii Waaqayyootti uumame. Kunis immoo […]

5

Kiristaanummaa Keessatti Kaayyoon Gaa’elaa Maali? Wanti Waaqayyo qopheesse hundi kaayyoo fi sababa qaba. Kaayyoo gaa’elaa kiristaanotaa jalqabbii irraa kaafnee yoo ilaalle, Waaqayyo uumama isaa hundumaa keessatti waan sirna qabeessaa fi itti yaadame kan qopheesse ta’uu isaa hubanna. Haaluma wal fakkaatuun Waaqayyo gaaʼela kaayyoo tokkoof qopheesse. Kaayyoo Waaqayyo gaa’elaaf qabu cimsanii […]

1

Seensa Mata duree fiigichaa fi waamicha jedhu kana jalatti namni fiigicha irra jiru waamicha yookiin kaayyoo qulqulluu fiiguuf yeroo hundumaa itti yaadee fiixan bahuumsaaf akka dhimmu akeekkachiisa. Bara si’anaa kanatti wantoonni dirree fiigichaa irratti nama mudatan baay’ee walxaxoo fi kaayyoo dhokataa waan qabaniif, irra keessaan galma ga’iinsaaf kallattii sirrii namatti […]

1

Hariiroo (Intimacy) Keessan Fooyyessuuf maal gochuu barbaachisa? Hiriyoonni gaa’elaa kan wal fuudhaniif jireenya isaanii nama jaallatan waliin haala baay’ee walitti dhiyeenya qabuun hariiroo uumuu waan barbaadaniifidha. Akka namaatti haalduree tokko malee jaallatamuun yeroo hunda hiriyoota keenyatti dhihoo ta’uu ni hawwina. Namni tokko waa’ee walitti dhiyeenyaa yeroo yaadu, sammuun battaluma sanatti […]

2

Seensa ❏ Fiigicha kaayyoo sirrii yommuu jedhamu – karooraa fi kaayyoo qajeelaa galma qulqulluu qabuuf dhimmanii fiigan jechuudha. Fiigichi kaayyoo sirriif karaa sirrii irra godhamu baay’ee kan nama dadhabsiisu ta’ullee fiixan ba’uumsa gammachiisaa qaba. Faallaa baay’oliis yeroo itti nama fiigsisu qaba. Gonfoo moo’ichaas qaba. Mee kutaa macaafa qulqulluun walqabsiifnee haa […]

🙏 Kooluu Sitti Galeera “Yaa Waaqayyo, ani kooluu sitti galeera, ati na eegi! (አቤቱ፥ በአንተ ታምኛለሁና ጠብቀኝ። መዝሙር 16፥1) — Far. 16:1 Ijoolleen warra isaanii irratti amantii hammam akka qaban nama ajaa’ibsiisa. Keessumaa ijoolleen guutummaatti warra isaanii irratti hirkatanii jiraatu. Mucaa tokkoof warri (abbaan isaa) akka ilaalcha mucichaatti wanti hin […]

1

🖐 Eebba Torban Kanaa Fudhadhaa! Maqaa Yesus Kristoosin isinan eebbisa eebba torban kanaa fudhadhaa. Abjuu keessaniif jiraachuudhaan Waaqayyo isin haa eebbisu. Mul’ataa fi kaayyoo keessaniif jiraachuudhaan Waaqayyo isin haa eebbisu. Ba’aa keessan baachudhaan Waaqayyo isin haa eebbisu. Ba’aa keessaniif gargaarsa, mul’ataa fi kaayyoo keessaniif gargaarsa dabalataa isiniif haa kennu. Maqaa […]

2

Seensa ❏ Dubbisa kana keessatti fiigicha karaatti nama hambisu adda baafachuu fi kaayyoo fi mul’ata sirriidhaaf/-dhaan fiiguun maalidhaaf akka nama qopheessu ilaalla! Yeroo tokko tokko Waaqayyo irraa dhageenyee deemsa jalqabuun keenya akka of hin gowwoomsinetti itti yaaduu danda’uutu nutti jiraata. Akkamitti yoo jenne Waaqayyo irraa dhageenyee adeemsa jalqabuun gaarii ta’ee, […]

2

🕑 Jaalala Jalqabuuf Yeroo Sirrii Beekuun Baay’ee Barbaachisaadha. Hiriyummaan namoota baay’ee gaa’ela dura kan addaan citu sababni tokko yeroo malee eegaluu isaati. Hiriyummaa yeroo malee jalqabuun miidhaan isaa inni guddaan tokko rakkoo qulqullummaa dhabuuti. 💯 Dhuguma rakkoolee kana hunda ofirraa fageessuuf utuu jaalala hin jalqabin dura yeroon kuni sirriidhaa? jennee […]

2

Qajeelfamni kaayyoo yookiin galma waan tokkoo biraan nama geessisu yeroo hundumaa gaaffii “maaliif” jedhu of gaafachuudha. Fiigicha utuu hin jalqabin dura, maaliif akka fiigdu beeki! Fiigicha kee keessatti wantoota afran kana beekuu qabda: Eessaa akka kaate, Eessa akka geesse, Amma maal gochaa akka jirtu, Maal ta’uufis akka jirtu Filp. 3:14 […]

GAGGEESSUMMAA

Stay informed with curated content and the latest headlines, all delivered straight to your inbox. Subscribe now to stay ahead and never miss a beat!

Skip to content ↓