Hiriyummaa fi walitti hidhamiinsa cimsuu
Hiriyummaa fi walitti hidhamiinsa cimsuu (Strengthening friendships and connections) Faayidaa wal’aansi hiriyoonni gaa’elaa kennuu danda’an keessaa muraasni kanneen armaan gadiiti:…
Hiriyummaa fi walitti hidhamiinsa cimsuu (Strengthening friendships and connections) Faayidaa wal’aansi hiriyoonni gaa’elaa kennuu danda’an keessaa muraasni kanneen armaan gadiiti:…
Haadha Manaa Cimtuu fi Gaarii Jechuun Ishee Kami? 📖 “Haadha manaa mana ishee qabuu dandeessu, eenyutu argachuu danda’a ree? Isheen…
Hariiroo Waaqayyo wajjin Namni utuu walii isaa faana hariiroo hin jalqabin dura dhuunfaatti Hariiroo Waaqayyo Wajjin qaba ture. Kunis boca…
Gaa’elli Diigamuu hin Dandeenye Isa Kamidha? Mat. 19:6 – “…dhiirri abbaa isaa fi haadha isaa in dhiisa haadha manaa isaattis…
Premarital Relationship Waa’ee gaa’elaa ilaalchisee gaaffiin dargaggoota baay’ee, “hiriyaa gaaelaa adda baafachuu akkamittan danda’a?” kan jedhu dha. Gaa’elli maalii? Eenyutu…
Seensa Hiriyaa Gaaʼelaa Filachuu keessatti Wantoota nama Dogoggorsan baay’een jiraachuu danda’u. Barruu kana keessatti gufuulee gaa’ela filachuuf danqan keessaa muraasa…
Seensa Macaafni qulqulluun walqunnamtii saalaa gaa’ela keessatti maal dubbata? Barumsi Macaafa Qulqulluu walqunnamtiin saalaa namoota gaa’ela godhataniif qofa akka ta’ee…
Seensa Dhiirri tokko qophii gaa’elaaf barbaachisu taasisuu isaa yookiin gaa’ela utuu hin godhatin akka turu yaadoleen isa taasisan ni jiraatu.…
Kiristaanummaa Keessatti Kaayyoon Gaa’elaa Maali? Wanti Waaqayyo qopheesse hundi kaayyoo fi sababa qaba. Kaayyoo gaa’elaa kiristaanotaa jalqabbii irraa kaafnee yoo…
🕑 Jaalala Jalqabuuf Yeroo Sirrii Beekuun Baay’ee Barbaachisaadha. Hiriyummaan namoota baay’ee gaa’ela dura kan addaan citu sababni tokko yeroo malee…