Misaa’ela Balistikii
Waa’ee Misaa’ela Balistikii Iraan daqiiqaa torba keessatti Israa’el ga’a jedhamu beektuu? Waraana dhiheenya kana Israa’elii fi Iraan gidduutti taasifame hordofee…
Waa’ee Misaa’ela Balistikii Iraan daqiiqaa torba keessatti Israa’el ga’a jedhamu beektuu? Waraana dhiheenya kana Israa’elii fi Iraan gidduutti taasifame hordofee…
Ameerikaan xiyyaarota B-2’n Yaman boombiin haleeluuf dhaadatte Waraanni Israa’el misaa’elli Yaman irraa gara Israa’elitti erga dhukaafamee booda garee Huutii Ansar…
Hoo Bashannanaa Sirbi ‘hoo bashannanaa’ jedhu tibbana dirree Tiiktookii fi miidiyaa hawaasaa biroo dhuunfatee namni hedduun ittiin shubbisaa jira. Sirba…
Meeshaalee waraanaa nukilaraa – Anniisaan nukilaraa addunyaa fayyaduus balleessuus danda’u akkamiin hojjetama? Gameessi saayinsii ammayyaa abbaan fiiziksii Albart Eyinistaayin anniisaan…
Sababoota ijoo shan Iraan irraa maaliif waraanni akka hin fagaanne Wayita waraanni yookiin walitti bu’iinsi addunyaarratti ka’u, keessattuu Baha Giddugaleessaa…
Wiirtuuleen nukilaaraa sadeen Iraan ‘miidhaa hamaatu irra gahe’ – US Haleellaa Ameerikaan wiirtuulee nukilaaraa Iraan irratti raawwatte hordofee Peentaagan ibsa…
Ameerikaan Iddoowwan Gabbisa Nikulaaraa Iraan Haleelte Ameerikaan Foordoo dabalatee buufataalee gabbisa nikulaaraa Iraan sadii kan haleelte yoo ta’u, haleelamuun iddoowwan…
Israa’el qondaala olaanaa biraa humnoota Iraan ajjeesuu beeksifte Waraanni Israa’el qondaala olaanaa biraa humnoota Iraan ajjeesuu beeksifte Waraanni Israa’el, qondaala…
Raayyaa Ittisaa Israa’el (IDF) halkan darbes xiyyaarota waraanaa Israa’el 60 ol ta’aniin eddoowwan Teehraan keessatti argaman irratti xiyyeeffachuun haleellaa hedduu…
Haleellaa misaa’elaa Iraan Israa’el hospitaalli ishee haleelamuu ibsite Haleellaa misaa’elaa Iraan Israa’el hospitaalli ishee haleelamuu ibsite. Misaa’elli Iraan dhukaaste hospitaala…