Hiriyaa Gaaelaa Adda Baafachuu
Premarital Relationship Waa’ee gaa’elaa ilaalchisee gaaffiin dargaggoota baay’ee, “hiriyaa gaaelaa adda baafachuu akkamittan danda’a?” kan jedhu dha. Gaa’elli maalii? Eenyutu…
Premarital Relationship Waa’ee gaa’elaa ilaalchisee gaaffiin dargaggoota baay’ee, “hiriyaa gaaelaa adda baafachuu akkamittan danda’a?” kan jedhu dha. Gaa’elli maalii? Eenyutu…
Seensa Hiriyaa Gaaʼelaa Filachuu keessatti Wantoota nama Dogoggorsan baay’een jiraachuu danda’u. Barruu kana keessatti gufuulee gaa’ela filachuuf danqan keessaa muraasa…
Seensa Gaa’elli hidhaa ija namaa kanaan hin mul’anne kan hin citne, hin dulloomne hin badne, hin kufne, hin hatamne, barri…
Kutaa kana keessatti Saalqunnamtii fi fedha Waaqayyoo ilaalla! Macaafni Qulqulluun walitti dhufeenyi saalqunnamtii ifatti fedha Waaqayyoo, hiriyoonni gaaʼelaa akka itti…
Hariiroo Cimaa Qabaachuu ICCITII 12 HARIIROO CIMAA QABAACHUU Hiriyaa gaaʼelaa kee wajjin hariiroo cimaa qabaachuu yoo barbaadde, atii fi hiriyaan…
Hiika Pornogiraafii Pornogiraafii jechuun suura, video fi agarsiisa fiilmiiwwanii gocha saalqunnamtii agarsiisu akkasumas kitaabotaaf barreeffama miira saalqunnamtii cimaa kakaasuuf yaadamee…
Kiristaanummaa Keessatti Kaayyoon Gaa’elaa Maali? Wanti Waaqayyo qopheesse hundi kaayyoo fi sababa qaba. Kaayyoo gaa’elaa kiristaanotaa jalqabbii irraa kaafnee yoo…
Jaalala Jalqabuuf Yeroo Sirrii Beekuun Baay’ee Barbaachisaadha. Hiriyummaan namoota baay’ee gaa’ela dura kan addaan citu sababni tokko yeroo malee eegaluu…
Walqunnamtii Saalaa Dhiira Deebisuu Danda’aa? Shamarran tokko tokko dhimma walqunnamtii saalaa irratti gorsa yeroo kennan dhiirri akka si jaallatu gochuu…
Hariiroo (Intimacy) Keessan Fooyyessuuf maal gochuu barbaachisa? Hiriyoonni gaa’elaa kan wal fuudhaniif jireenya isaanii nama jaallatan waliin haala baay’ee walitti…