2

Seensa Dhiirri tokko qophii gaa’elaaf barbaachisu taasisuu isaa yookiin gaa’ela utuu hin godhatin akka turu yaadoleen isa taasisan ni jiraatu. Hiriyaan jaalalaa gaa’ela dhaabbachuuf yaadu kamiyyuu yaadolee kanneen adda baasee beekuu barbaachisa. Yeroo baay’ee gaa’elli dhiibbaa alaatiin utuu hin taane karooraa fi dhiibbaa jaalala keessaan dhufuun kan ijaaramu yoo ta’e […]

Waa’ee Pornogiraafii Macaafni Qulqulluun Maal Jedha? Macaafni Qulqulluun Waa’ee Pornogiraafii Dubbateeraa? – Kutaa Macaafa Qulqulluu Mat. 5:27-29 irratti hundaa’udhaan gabaabinaan Waa’ee pornogiraafii yaada Macaafa Qulqulluu keessa jiru waliin haa ilaallu, “Namni ija hawwaatiin dubartii ilaale garaa isaatti isheetti ejjeera.” (Mat. 5:27-29) Kanuma irraa ka’uudhaan yaadolee kanaan walqabatan ni ilaalla. Pornogiraafiin […]

1

Premarital Relationship (HARIIROO GAA’ELA DURAA) ❏ Kakuu (waadaa) galuun gocha hawaasa keessatti beekamaa ta’ee fi yeroo addaa addaa gaggeeffamuu dha. Namni ogummaa fayyaa baratee yeroo eebbifamu saba isaa tajaajiluuf kakuu seena. Kana qofa miti, namoota qaroomina irraa fagoo jiru jedhaman biras shaakalli kakuu jira. Kakuu (waadaa)’n aadaa fi amantii kam […]

3

Miidhaa Pornogiraafii Ilaaluu Jireenya Hafuuraa Irratti Qabu Maali? 1. Waaqayyo irraa adda baasa. Wanti dhoksaatti hojjetamu cubbuun kamiyyuu jireenya hafuuraatiin akka dadhabnu taasisa. Araada pornogiraafiin qabamee namni jiru kadhachuu, sagalee waaqayyoo dubbifachuu fi amantoota biroo wajjin tokkummaa qabaachuun itti ulfaata. Obboloota araada kanaan tuqaman keessaa irra deddeebidhaan kan dhagahamu keessaa […]